Jijjiirama

Odeeffannoo faayilii galchi yookaan gulaali Gingilchaa XML.

Ajaja kana bira gahuuf...

Tools - Macros - XML Filter Settings, then click New or Edit.


Akaakuu Galmee

DOCTYPE faayilii XML galchi.

Adda baasichi yeroo faayilii osoo gingilchaa hin ifteessin banuutu, gingilchicha arguuf fayyada.

Sakatta'i

Opens a file selection dialog.

XSLT aleerguuf

Kun gingilchaa alergii ta'e, maqaa faayilii baallee akkaataa XSLT alergiif fayyadamuu barbaadde galchi.

XSLT alaaguuf

Kun yoo gingilchaa alaaguu ta'e, maqaa faayilii baallee akkaataa XSLT alaaguuf fayyadamuu barbaadde galchi.

Qajojii alaaguuf

Maqaa qajojii alaaguuf fayyadamuu barbaadde galchi. Qajojii keessatti, haalatoonni iyyaatoo XML agarsiisuuf qindeessamu.

The path to the directory that contains the template must be included in - LibreOffice - Paths. When you open an XML file whose filter uses the template, the template opens first. In the template, you can map LibreOffice styles to display XML tags in the XML document.

Please support us!