Kuusaa sagantaalee Miilteessi
kuusa sagantaa Bu'uura % PRDUCTNAME gara tarree ammeetti ida'uu barbaadu hundeessi, ittaansuudhaan Banii cuqaasi.
Maqaa faayilii:
Maqaa faayiiin xuree gara kuusaa sagantaatti miilteessuu barbaaddev galchi. Tarree irraa kuusaa sagantaa filuu nidandeessa.
Dirqaalee
Akka waabeffannaatti saagi(dubbisqofa)
Kuusa sagantaa filatamee akka faayilii dubbis qofaatti idda'a. Kuusaan sagantaa yeroo %PRDUCTNAME jalqabdu mara irradeebi'amee fe'ame.
Kuusaa sagantaalee jiraataa bakka buusi.
Kuusaa sagantaa maqaa walfakkaataa kuusaa sagantaa ammee waliinqabu bakka buusa.