LibreOffice Basic Macros

Maakroo gurmeessuuf qaaqa baana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Macros - Organize Macros - Basic, or press +F11 (if not assigned by your system).


Maqaa maakroo

Displays the name of the selected macro. To create or to change the name of a macro, enter a name here.

Maakroo irraa/Maakroo keessa olkaa'i

Kuusaa sagantaafi muraawwan bakka maakroo kee bantu yookiin olkeessu tarreessa. Maakroo galmeemurtaawaa waliin olkaa'uuf,galmicha ban,ittaansuu dhaan qaaqa kana bani.

Gaggeessi /olkaai

Runs or saves the current macro.

Ramadi

Qaaqa Maammileessiibana, bakka maakiroo filatame gara ajaja baafataa, kamshaa yookiin mudataatti ramaduu dandeessu.

Gulaali

Starts the LibreOffice Basic editor and opens the selected macro or dialog for editing.

Haaraa/Haqi

Creates a new macro, creates a new module or deletes the selected macro or selected module.

To create a new macro in your document, select the "Standard" module in the Macro from list, and then click New.

To create a new module in a library of the My Macros container, select the proper library and press New. The LibreOffice Basic editor opens.

To delete a macro or module, select it, and then click Delete.

Mana kuusaa Haaraa

Saves the recorded macro in a new library.

Muraa Haaraa

Saves the recorded macro in a new module.

Organizer

Qaaqa Gurmeessaa Maakroo bana, iddoo itti idaa'uu, gulaaluu, yookiin muraawwan maakroo jireessa, qaaqawwanii, fi manneen kuusaa haquu dandeessu.

Please support us!