Position

Set indent, spacing, and alignment options for numbering symbols, such as numbers or bullets, to ordered and unordered lists.

Ajaja kana bira gahuuf...


Sadarkaa

Select the level(s) that you want to modify. To apply the options to all the levels, select “1-10”.

Position and Spacing

note

This page shows the position controls used in all versions of LibreOffice Writer. Some documents (produced by other applications) use another method for positioning and spacing. Opening such documents will show the position controls documented in Position for List styles (legacy).


...itti Hiriirfame

Bakka mallattoon lakkaawwii fuuli mudana bitaa irraa fagaatu hiriirsuu galchi.

Hiriirfama lakkoofsa

Mallattoolee lakkaawwii hiriirfamaa qindeessi. Iddoo "irratti hiriirfame" irraatti kallattii jalqabaan lakkaawwii mallattoo hiriirsuuf "bitaa" fili. Iddoo "irratti hiriirfame" irratti kallattii duraan lakkaawwii mallattoo hiriirsuuf "mirga" fili. Mallattoo nannoo "irratti hiriirfame" irratti wiirtessuuf "Wiirta`e" fili.

note

Dirqalli hiriirfama Lakkoofsa hiriirfam keewwtaa hin qindeessu.


Lakkoofsa kennuu ...n hordofame

Select the element that will follow the numbering: a tab stop, a space, a line break, or nothing.

Tab stop at

Lakkoofsa kennuu hordofuuf dhaabaduu caancalaa yoo filate, akka qubannoo dhaabduu caancalaaatti gattii hi'eentaa hin taanee galchuu ni dandeessa.

Galumsa ...tti

Fageenya mudana fuula bitaa irraa gara sararoota hundaa keewwata lakkaa`amee keessaa kan sarara duraa waliin deemuu galchi.

Durtii

Gatiiwwan addaan fageenya figalumsa gara gatiiwwan durtii haaromsa.

Preview

Displays a preview of the current selection.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Please support us!