LibreOffice 7.1 Help
Saxaatoo adda addaa akka rasaasaatti tarree rasaasame keessatti fayyadamtu agarsiisa.
Saxaatoo akka rasaasaati fayyadamuu barbaadde cuqaasi.
Yoo kaka'ee, saxaatoon akka walitti hidhaatti saagama. Yoo hin kakaanee, saxaatoon galmee keessatti ida'ama.