Dirqaalee

Dirqaalee dogoggora ofumaan sirreessuu akka barreessitutti fifli. Ittaansuudhaan TOLE cuqaasi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect Options - Options tab.


Gabatee baklka bu'insaa fayyadami

Osoo makinsa qubeewwanii qaxxaamura gabatee bakka buusuu keessatti kan walsimatu barreessite, makinsi qubeewwanii barruutiin bakka bu`u.

Qubee jalqaba hima kamuu guddisi

Yoo qubuu guddaa lama ka'uumsa "Jechaa" barreessitu qubee guddaan ittaanu ofumaan qubee xiqqaattin bakka bu'a.

note

No corrections are made to entries found in an applicable spelling dictionary.


Qubee jalqaba hima kamuu guddisi.

Capitalizes the first letter of every sentence

Automatic *bold*, /italic/, -strikeout- and _underline_

Automatically applies bold, italic, strikethrough or underline formatting to text enclosed by asterisks (*), slashes (/), hyphens (-), and underscores (_), respectively. These characters disappear after the formatting is applied.

Sajoo Yaaddannoo

This feature does not work if the formatting characters * / - _ are entered with an Input Method Editor.


Hubbannoo URL

YerooURL barreessitu geessituu ofumaan uuma.

Mursaawwan bakka buusi

Murfiiwwan tokko ykn lama mursa dheeraa waliin (gabate armaan gadii ilaaali) bakka buusa.

Text will be replaced after you type a trailing white space (space, tab, or return). In the following table, the A and B represent text consisting of letters A to z or digits 0 to 9. N represents digits only.

Barruu barreessitu:

Bu'aa argate:

A-B (A, iddoo, hir'ina, iddoo,B)

A-B (A, iddoo, mursa, iddoo,B)

A--B(A, iddoo,hir'ina, hir'na, iddoo,B)

A-B (A, iddoo, mursa, iddoo,B)

A--B (A, hir'ina, hir'ina, B)

A—B (A, em-mursa, B)
(yaadannoo gabatee gadii gadii ilaali)

N--N (N, minus, minus, N)

N–N (N, en-dash, N)

A-B (A, hir'ina, B)

A-B (hin jijjiiramne)

A -B(A, iddoo, hir'ina, B)

A -B (jijjiiramne)

A --B(A, iddoo, hir'ina, hir'ina, B)

A -B (A, iddoo, en-mursa, B)


note

If the text has the Hungarian or Finnish language attribute, then two hyphens in the sequence A--B are replaced by an en-dash instead of an em-dash.


Iddoowwan dachaa gati

Iddoowwan tartiibaan lamaa fi isaaol iddoo baaqqee waliin bakka buusa

Correct accidental use of cAPS LOCK key

Inverts a capitalized word entered with the Caps Lock key enabled, after a space is entered, and disables the Caps Lock key. For example, entering Libre with Caps Lock enabled appears as lIBRE, which is converted automatically to Libre.

Dialog Buttons

Haaromsi

Resets modified values back to the tab page previous values.

Dhiisi

Closes dialog and discards all changes.

OK

Saves all changes and closes dialog.

Please support us!