Kabal Halluu
Opens the Color Replacer dialog, where you can replace colors in bitmap and meta file graphics.
Haalluuwwan gara garaa hanga afuriitti yeroo tokkotti bakka buusuu dandeessa.
Kabala Halluu
Filannoo Halluu
Halluu calqqee filatame keessaa kan kallattiin qubannoo qaree hantuuttee ammaa jalmuruu agarsiisa. Amalii kun kan hojjetu yoo meeshaan ilaaaltuu? Filatamee qofa.
Bakkabuusa
Replaces the selected source colors in the current image with the colors that you specify in the Replace with boxes.
Halluuwwan
Halluuwwan maddaa fi bakka buu'iins halluuwwanii tarreessa.
Halluuwwan maddaa fi bakka buu'iins halluuwwanii tarreessa.
Select this checkbox to replace the current Source color with the color that you specify in the Replace with box.
Halluu maddaa
Halluu calqqee filame keessatti bakka buusuu barbaadde agarsiissa. Halluu madda qindeessuuf, asitti cuqaasi, ittaansuudhaan cuqaasi, ittaansuudhaan halluu caqqee filamee keessatti cuqaasi.
Obsa
Set the tolerance for replacing a source color in the source image. To replace colors that are similar to the color that you selected, enter a low value. To replace a wider range of colors, enter a higher value.
Waliin bakka buusi
Lists the available replacement colors. To modify the current list of colors, deselect the image, choose Format - Area, and then click the Colors tab.
Iftooma
Replaces transparent areas in the current image with the color that you select.
Iftooma
Select the color to replace the transparent areas in the current image.