Maddoota Deetaa

Kutaan kun odeeffannoo iyyaafataa fi gulaalli kuusdeetaa gabate qabate of keessaa qaba.

Ilaalcha Gubbaa Kuusdeetaa

note

Madda deetaa iyyaafata kuusaa deetaa gabatee mul'annoo haalata keessatti baname irraa fayyadamuu hin dandeessu.


Iyyaafata madda deetaa

The commands for the data source browser are found on the Table Data bar and in context menus.

Galmeewwan filuun

Gabatee kuusaa deetaa keessaa galmee filuuf, tarree irranfachaa cuqaasi ykn tarree irrantoo cuqaasi, itti aansuudhaan furtuuwwan xiyya irraa ykn gadee fayyadami.

Gabateewwan armaan gadii tokko tokkoo maalimoota iyyafata madda deetaa keessaa akkamitti akka filatamu ibsa.

Filannoo

Gocha

Galmee

Xiyya irrantoo cuqaasi

Waraabbi baay'ee ykn filannoo haquu

Gingilchitoota heddoo filachuuf, Shift-cuqaasi yookaan -cuqaasi.

Tarjaa

Irrantoo tarjaa cuqaasi

Dirree deetaa

Dirree deetaa keessa cuqaasi

Gutummaa gabatee

Tarree gubbee tarjaa irrantoo keessa cuqaasi


Kamshaa deetaa gabatee(deetaa gabatee gulaaluun)

Sajoo

Akka gulaaltu, idaatu ykn galmeewwan gabatee kuusaa deetaa irraa haquuf siif heeyyama.

Deetaa muruu, garagalchuu fi maxxansuu

Mul'inoota Madda Deetaa kessatti galmeewwan kutu, garagalchuu, maxxansuu dandeessa. Maddi deetaa sakkata'ichaa akkasuma harkisaani kaa'uu galmeewwani ni deegara, ykn barruu fi lakkoofsota faayilii LibreOffice keessaati.

Eeyyee/Miti, lamee, suuraa, ykn dirreewwan gabatee lakkaawwii harkisuun hin keessuu.

note

Harkisii ka'iin Gulaaluu keessatti qofa hojjeta.


Kabala Deetaa Gabatee

Mul'annoo deetichaa too'achuuf, Kabala Deetaa Gabatichaa fayyadami.

Sakkata'a madda deetaa keessaa naanneessuun

Galmeewwan adda addaa gidduu naanneessuf bifa caancala naanneessa kan gadii mul'ina madda deetaa fayyadama.

Galmee jalqaba

Sajoo

Galmee kan duuraani

Sajoo

Lakkoofsa galmee

Galmee itti aanu

Sajoo

Galmee xumura

Sajoo

Galmee haara

Sajoo

Galmee uumuuf, qabduu urjoo(*) mula'annoo gabatee jalaa cuqaasi. Tarreen duwwaan dhuma gabateetti dabala.

Lakkoofsota galmeewwanii

Displays the number of records. For example, "Record 7 of 9(2)" indicates that two records (2) are selected in a table containing 9 records, and that the cursor is in record number 7.

Gabatewwan qiqindeessuun

Ajaja gabatee dhangeessuu argachuuf, xiyyoo tarjaa mirga cuqaasi, ykn xiyyoo tarree mirga cuqaasi.

Dhangi'i Gabatee

Tarree(wwan) filaman dhangessa.

Hojjaa Tarree

Hojjaa tarree ammee ykn tarreewwan filamanii jijjiira.

Tarreewwan Haqi

Tarree(wwan) filataman haqa.

Dhangi'i Tarjaa

Tarjaa(wwan) filaman dhangeessa.

Yabbina Tarjaa

Bal'ina tarjaa ammee ykn tarjaawwan filataman jijjiira.

Tarjaawwan Dhoksi

Tarjaa(wwan) filaman dhoksa.Tarjaa(wwan) dhokatan agarsiisuuf, gubbee tarjaa kammiyyuu mirga cuqaasi, itti aansuunTarjaawwan Agarsiisa fili.

Tarjaawwan Agarsiisa

Tarjaawwan dhokatan agarsiisa. Tarree keessa tarjaa agarsiisuu barbaadduu fili, ykn tarjaawwan dhokatan mara agarsiisuuf Hunda cuqaasi.

Please support us!