LibreOffice 24.8 Help
Sets the alignment options for the contents of the current cell, or the selected cells.
Select the horizontal alignment option that you want to apply to the cell contents.
Lakkoofsa gara mirgaa fi barruu gara bitaatti hiriirsa.
Yoo dirqallii Durtii filatame, lakkoofsotni gara mirgaatti hiriirfamuu kan danda'aniif barruun bitaatti qixxeeffame.
Qabeentota man'ee gara bitaatti hiriirsa.
Qabeentota man'ee gara mirgaatti hiriirsa.
Qabeentoota man'ee dalgata handhuressa.
Qabeentota man'ee gara bitaatti fi mirga handarawwan man'ee hiriirsa.
Qabeentota man'ee(lakkoofsa fi barruu) hanga bal'inni mul'ataa man'ee guutee irra deebi'a.Amalli kun barruu sarara citaa qabate irratti hin hojjetu.
Aligns contents evenly across the whole cell. Unlike Justified, it justifies the very last line of text, too.
Indents from the left edge of the cell by the amount that you enter.
Select the vertical alignment option that you want to apply to the cell contents.
Aligns the cell contents to the bottom of the cell.
Qabeentota man'ee gara qarree gubbaa man'eetti hiriirsa.
Qabeentota man'ee gara qarree gadii man'eetti hiriirsa.
Qabeentoota man'ee olgata handhuressa.
Aligns the contents of the cell to the top and to the bottom cell borders.
Same as Justified, unless the text orientation is vertical. Then it behaves similarly, than horizontal Distributed setting, i.e. the very last line is justified, too.
Qaabachisa barruu qabeentota man'ee qindeessa.
Click in the dial to set the text orientation.
Enter the rotation angle from 0 to 360 for the text in the selected cell(s).
Specify the cell edge from which to write the rotated text.
Dheerina barruu handaara man'ee xixiqqaa irraa: Barruu nanna'e irraa qarree man'ee jalaa gara alaatti barressa.
Dheerina barruu handaara man'ee gubbaa irraa: Barruu nanna'e irraa qarree man'ee gubbaa gara alaatti barressa.
Dheerina barruu man'eewwan keessa: Barruu naanna'e qofa man'ee wabiin barreessa.
Barruu Olgata hiriirsa.
This checkbox is only available if Asian language support is enabled and the text direction is set to vertical. Aligns Asian characters one below the other in the selected cell(s). If the cell contains more than one line of text, the lines are converted to text columns that are arranged from right to left. Western characters in the converted text are rotated 90 degrees to the right. Asian characters are not rotated.
Yaa'insa barruu man'ee keessaa adda baasa.
Wraps text onto another line at the cell border. The number of lines depends on the width of the cell. To enter a manual line break, press +Enter in the cell.
Enables word hyphenation for text wrapping to the next line.
Hammamtaa isa bocquu hir`isi qabeentotaa man'ee yabbina man'ee ammmee keessatti taasisa. Ajaja kana man'ee kutaa sararaa qabateetti fayyadamuu hin dandeessu.