LibreOffice 7.5 Help
Bal'ina tarjaa ammee ykn tarjaawwan filataman jijjiira.
Dabalatanis, hiraa tarjaa irrantoo cinaa harkisuudhaan babal'ina tarjaa qabeentotan jijjiiru dandeesa
Bal'ina tarjaa fayyadamuu barbaaddee galchi.
Bal'ina tarjaa bocquu ammee irratti hundaa'uudhaan ofumaan sirreessa.