Gurmuu

Wanta filatame akka isaan wanta baqqeetti sochoosu danda'u gurmeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open context menu - choose Group (for text box and shapes).

Icon Group

Tuutee


Amalootni tokko tokkoo wantoota ijaramaniiru erga wantootni gurmaa'aniin booda. Gurmuuwwan man'eessuu ni dandeessa, kunis garee garee waliin qabaachuu dandeessa.

Please support us!