Group

Gurmuun wantoota filataman akka socho'uu danda'an ykn akka wanta baqqee dhangaye waliin eega.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Format - Group.

From the context menu:

Choose Group.

From the tabbed interface:

Choose Draw tab.

From toolbars:

Icon Group

Tuutee


Gurmuudhaan hojjechuun

Tokko tokkoo wantota gurmuu gulaaluuf, gurmuu fili, mirga cuqaasi, itti aansuun fili

Yommuu gurmuu gulaaltu, wantootni garee gurmuu hin taane halluu haqatu.

Fulduraa fi dubatti wantoota gurmuu keessaatti sochoosuuf caancala fi shiiftii + caancala fayyadami.

Gurmuu dhiisuuf, mirga cuqaasi, itti aansuun fili.

Gurmuu

Wanta filatame akka isaan wanta baqqeetti sochoosu danda'u gurmeessa.

Hingurmoofne

Gurmuu filatame tokko tokkoo wantootaa keessatti addaan hira.

Gurmuu Galchi

Gurmuu filatamee akka tokkoon tokkoo wantoota gulaaluu dandeessutti bana. Yoo gurmuun filatame gurmuu man'aaye qabate, ajaja kana gareewwan xixiqqoo irratti irra debi'uu ni dandeessa. Ajajni kunis dhaabbiidhaan wantoota gurmaa'inaan ala taasisuu hindanda'u.

Gurmuu Dhiisi

Tokkoon Tokkoo wantoota gurmuu keessaa yeroo dheeraaf akka hin gulaalle gurmuu dhiisa. Yoo gurmuun man'aaye keessa taate, gurmuu man'aaye qofatuu cufama.

Please support us!