LibreOffice 24.2 Help
Amaloota balballoo filatamee ifteessi.
These callouts are a legacy of the first versions of LibreOffice. You must customize a toolbar or menu to insert these callouts. The newer custom shape callouts offer more features, for example a Callouts toolbar where you can select the shape.
Akkaataalee balballoo filatamee fayyadamuu barbaadduu Balballoo keessa cuqaasi .
Hanga iddoo dhumaa sarara balballoo fi sanduuqa balballoo gidduu dhiisuu barbaaddee galchi.
Bakka sarara balballoo sanduuqa balballoo waliin wal bira qabuun iddoo itti dheereessuu barbaadduu fili .
Dheerina cita sarara balballoo kan sanduuqa balballoo irraa gara qabxii dabuu sararaatti babal'atu galchi.
Sanduuqni Dheerinaa kan jiraatu yoo akkaataalee balballoo Sarara kornyoo kofaa'ee keessa filatte fi sanduuqa mirkaneessaa Guutolaa akka haqameetti dhistee dha.
Sarara baqqee - kofaa'e gootalaa keessatti agarsiisuuf asitti cuqaasi.