Marsaa

Wanta filamee nanneessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Position and Size - Rotation tab.

Icon Rotate

Marsuu


Pivot Point

Wanta filatamee maddii qabxii qiinxaa ifteessituutti nanna'eera.Durtii qabxii qinxaa handhuura wantichaati.

Sajoo Yaaddannoo

Qabxii qinxaa dangaalee wantootaan alatti baay'ee fagachuun yoo qindeessitu, wantichi fuulatti naanna'uu dhiisuu danda'a.


Position X

Fakkeenya surdaala qarree bitaa fuulaa irraa gara qabxii qinxaatti.

Position Y

Fageenya sarjaa qarree gubbaa fuula irraa gara qabxii qinxaattigalchi.

Default settings

Bakka qabxii qiinxaatti galchi.

Rotation Angle

Lakkoofsa digirii wanta filatamee naanneessuu barbaaddee ifteessi, ykn tarsaa nannaawaa keessa cuqaasi.

Kofa

Lakkoofsqa digirii wanta filatamee naanneessuu barbaaddee galchi.

Rotation wheel

Rotate the wheel to set the rotation angle. Click the wheel to set the rotation angle to the nearest multiple of 15 degrees.

Please support us!

Please support us!