Barruu
amaloota teessumaa fi korkoddii barruudhaaf fakkasa filatamee ykn wanta barruu keessaa qindeessa.
Barruun sadhaatawwan xiyyoo fakkasa ykn barruu wantaan qubateera.
Drawing Object Text
yabbina barruutti taasisa
Yoo wantichi barruu gaditti xiqqaate, yabbina wantaa gara yabbina barruutti diddiriirsa.
Dheerina barruutti taasisa
Yoo wantichi barruu gaditti xiqqaate, dheerina wantaa gara yabbina barruutti diddiriirsa.
Goodayyaatti taasisa
Resizes the text to fit the entire area of the drawing or text object. This control is available only when the other "fit" controls are not selected.
Rogatti sirreessi
Yaa'insa barruu akka rogawwaniin fakkasa wanta filatamee wal barsiisa.
Custom Shape Text
Barruu dangeessii boca keessatti
Barruu ati erga boca maammiloo boca keessaa tasiisuuf lamcuqaasuudhaan dhangessa.
Boca barruuf taasisuuf hagamtaa jijjiiri
Barruu boca erga lamcuqaasteen booda galchituu taasisuuf hagamtaa jijjiira.
Addaan fageenya gara handaarawwanitti
Qarreewwan fakkasa ykn wanta barruu fi handaarawwan barruu gidduu dhiisuuf hanga iddoo murteessi.
Bitaa
Hanga iddoo qaree bitaa fakkasa ykn wanta barruu fi handaara bitaa barruu gidduu dhiisuuf galcha.
Mirga
Hanga iddoo qaree mirgaa fakkasa ykn wanta barruu fi handaara mirga barruu gidduu dhiisamuu qabu galcha.
Irra
Hanga iddoo qaree irra fakkasa ykn wanta barruu fi handaara irra barruu gidduu dhiisamuu qabu galcha.
Jala
Hanga iddoo qaree jala fakkasa ykn wanta barruu fi handaara jala barruu gidduu dhiisamuu qabu galcha.
korkoddii barruu
Akaakuu fi qubannoo korkoddii qindeessi.
Dirree saxaatoo
Bakka korkoddii barruu kaa'uu babaaddeetti cuqaasi.
Yabbina guutuu
Barruu yabbina guutuu fakkasaa ykn wanta barruu korkoda.