LibreOffice 25.2 Help
Dirqalaalee iftoomaa guutuu wanticha filatameetti fayyadamtu qindeessi.
Akaakuu iftooma fayyadamuu barbaadde ifteessi.
Halluu iftoomsaa dhaamsa. kunis qindaa'ina durtiiti.
Halluu iftoomaa ibsa dirqaala kana fili, itti aansuudhaan bakka %0'n guutummaa gututti hittisoo ifaaf %100 guututti dabarsoo ifaatti lakkoofsa sanduuqa keessatti galchi.
Iftooma halluu guutuu ammee sirressa lakkoofsa %0 (hittisoo ifaa) fi%100 (dabarsoo ifaa) galchi.
Gargaartoo iftoomaa halluu guutuu ammeetti fayyadama.Dirqaala kana fili, itti aansuudhaan amaloota gargaartoo qindeessi.
akaakuu gargaartoo iftomaa fayyadamuu barbaadde fili.
Surdala iddoodaa gargaartoodhaaf galchi.
Sarjaa iddoodaa gargaartoodhaaf galchi.
Kofa marsaa gargaartoodhaaf galchi.
Hanga iftooma bal'ina gargaartoo sirreessuu barbaaddee galchi. Gatiin durtii %0 dha.
Gatii iftooma ka'uumsa gargaartoo, bakka %0 gutummaa gutuutti hittisoo ifaa fi %100 gutummaa gututti dabarsoo ifaa galchi.
Gatii iftooma dhumaa gargaartoo, bakka %0 gutummaa gutuutti hittisoo ifaa fi %100 gutummaa gututti dabarsoo ifaa galchi..
Galtee iftoomaa guutuu halluu wanta filatameetti fayyadamuun dura jijjiiramoota kee mul'isuuf duraargii fayyadami.