Sarara

Dirqaalalee dhangeessuu sarara filatameef ykn sarara kaasuu barbaaddef qindeessi. Dabalataanis xiyya irraantoo sararaatti dabaluu ykn mallatoolee taattoo jijjiiruu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...


Amaloota Sararaa

Haalatoota

Select the line style that you want to use.

Icon Line Style

Haalataa Sararaa

Halluuwwan

Select a color for the line.

Icon Line Color

Halluu Sararaa

Thickness

Select the thickness for the line. You can append a measurement unit. A zero line thickness results in a hairline with a thickness of one pixel of the output medium.

Icon Line Thickness

Line Thickness

Iftooma

Iftooma sararaa bakka gutumaan guututti 100% iftooma fi 0% gutumaan guututti ifa hin taane walitti galoo galchi.

Sajoo

Mallattoolee qabxii deetaaf dirqaalalee qindeessi.

Fili

Haalata mallattoo taatto kee keessatti fayyadamuu barbaaddu fili. Yoo Ofumaan filte, LibreOffice'n akaakuu taattoo filatameef mallattoolee durtii fayyadama.

Yabbina

Yabbina mallattoo galchi.

Hojjaa

Hojjaa mallattoo galchi

Qooda eegi

Yeroo gatii yabbuu ykn hojjaa haaraa galchitu mallatto hammamataawwanii ijaara.

Haalatoota xiyyaa

Xiyya irraantoo gara dhuma tokkootti ykn dhuma sarara filaameetti dabaluu dandeessa. Haalata xiyya maamiloo tarreetti dabaluuf, xiyya galmee kee keessaa fili, sana booda caancala Haalatoota xiyyaa qaaqa kana cuqaasi.

Haalata

Xiyya irraantoo sarara filatametti fayyadamuu barbaadde fili.

Yabbina

Yabbina xiyya irraantoo galchi.

Handhuura

Handhuura xiyya irraantoo(wwan) kan qabxii(wwan) dhuma sarara flatamee kaa'a.

Dhumawwan walsimsiisi

Yeroo yabbina garagaraa galchitu, haalata xiyyaa garagaraa filtu, ykn xiyya irrraantoo handhuuressitu qindaa'inoota xiyya irraantoo lamaanuu ofumaan haaromsa, .

Corner and cap styles

Corner style

Select the shape to be used at the corners of the line. In case of a small angle between lines, a mitered shape is replaced with a beveled shape.

Cap style

Select the style of the line end caps. The caps are added to inner dashes as well.

Dirree Durargii

Displays a preview of the current selection.

Please support us!