LibreOffice 7.3 Help
Wantoota filatamanitti mata duree fi ibsa ramada. Kanneen yeroo galmee alaagdu meeshaalee gaheenyaa fi iyyaatoo filmaataatif argamu.
Mataduree barruu galchi. maqaa gabaabdun kun iyyaatoo dhangii HTML irratti mul'ata. Meeshaaleen gaheenyaa barruu kana dubbisuu danda'u.
Barruu ibsaa galchi. Barruun ibsa dheeraa gara ibsa walxaxaa wanta seenuu danda'a ykn wantoota gurmuun mosajjii waliin fayyadama. Ibsichi meeshaalee gaheenyaaf akka iyyaatoo filmaataatti mul'ata.