Haalata

Haalatoota bocquu hatattamaan filannoo barruu irraatti fayyadamuuf ajaja kana fayyadami.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open context menu - choose Style.


Yoo qaree jecha keessatti keessu fi filannoo hin taasifne, haalatni bocquu jecha hundaa irratti hojjatama. Yoo qareen jecha keessatti hin argamnee fi barruun hin filatamne, sana booda haalatni bocquu barruu katabde irratti hojjeeffama.

Bold

Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Italic

Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Yoo qareen jecha keessa hin taane fi barruun hin filatamne, haalatni bocquu barruu katabde irratti hojjeeffama.

Underline

Underlines or removes underlining from the selected text.

Strikethrough

Barruu filatame keessatti sarara fakkaasa, ykn yoo qareen jecha keessa taate, jechi marri irra sararama.

Gaaddiduuwwan

Barruu filatameetti , ykn yoo qareen jecha keessa taate, barruu marati gaaddiduu dabala

Irrarfii

Hammamtaa bocquu barruu filatamee hir'isuun barruu sarjala caala guddisa.

Jalarfii

Hammamtaa bocquu barruu filatamee hir'isuun barruu sarjala jalatti gadbuusa.

Please support us!