Jalatti Hiriirsi

Qarreewwan jala wantoota filataman surdalaan hiriirsa . Yoo wanti tokko qofti Draw ykn Impress keessatti filatame, qarreewwan jala wanticha muudana fuula gadiitti hiriirfameera.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Align - Bottom (LibreOffice Writer, LibreOffice Calc).

Choose Shape - Align - Bottom (objects selected) (LibreOffice Draw).

On Align bar (LibreOffice Impress, LibreOffice Draw), click

Icon Bottom

Jala


Wantoonni qarree irra wanta filannoo keessatti hiriirfamaniiru. the selection. To align the individual objects in a group, to enter the group, select the objects, right-click, and then choose an alignment option.

Please support us!