Align Objects

Wantoota filataman wantoota biroo waliin walbira qabuun hiriirsa.

note

Yoo wantoota filataman keessaa tokko akka arfiitti korkoddaaye dirqaalaleen hiriiraa muraasni hin hojjatan.


Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Format - Align Text.

From the tabbed interface:

Choose

From the sidebar:

Select Properties - deck.


note

Akaakuuwwan wantoota hundaa walfanaa filatamuu hin danda'an. Muraawwan (Barreessaa, Calc, Dinqisiiffannaa, fakkasaa) akaakuuwwan hiriirfamann maraa hin deeggaran.


Bitaa Hiriirsi

Aligns the left edges of the selected objects. If only one object is selected in Draw or Impress, the left edge of the object is aligned to the left page margin.

Surdala Handhuura

Horizontally centers the selected objects. If only one object is selected in Draw or Impress, the center of the object is aligned to the horizontal center of the page.

Mirga Hiriirsi

Aligns the right edges of the selected objects. If only one object is selected in Impress or Draw, the right edge of the object is aligned to the right page margin.

Irra Hiriirsi

Vertically aligns the top edges of the selected objects. If only one object is selected in Draw or Impress, the top edge of the object is aligned to the upper page margin.

Handhuura Tarjaa Hiriirsi

Vertically centers the selected objects. If only one object is selected in Draw or Impress, the center of the object is aligned to the vertical center of the page.

Jalatti Hiriirsi

Qarreewwan jala wantoota filataman surdalaan hiriirsa . Yoo wanti tokko qofti Draw ykn Impress keessatti filatame, qarreewwan jala wanticha muudana fuula gadiitti hiriirfameera.

Please support us!