Qajeelcha Xinsaga Eeshiyaa

Allows you to add comments next to Asian characters to serve as a pronunciation guide.

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Languages and Locales - General.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Menu Format - Asian phonetic guide.


  1. Galmee keessaa jecha tokko ykn jechoota tokkoo ol fili.

  2. Dhangii - Qajeelcha Xinsaga Eeshiyaa fili.

  3. Barruu akka qajeelcha sagaleessootti fayyadamuu barbaadde sanduuqa Barruu Diimaa Calalaqaa keessatti galchi.

Barruu Bu'uraa

Barruu bu'uraa kan faayilii ammee keessatti filte agarsiisa. Yoo barbaadde, barruu haaraa asitti galchuudhan barruu bu'uraa haaromsuu dandeessa.

Barruu diimaa calalaqaa

Barruu akka qajeelcha sagaleessoo barruu bu'uuraatif fayyadamuu barbaadde galchi.

Hiriira

Select the horizontal alignment for the ruby text.

Qubannoo

Bakka barruu diimaa calalaqaa itti kaa'uu barbaadde fili.

Haalata arfii barruu diimaa calalaqaadhaf

Barruu diimaa calalaqaaf haalata arfii fili.

Styles

Opens the where you can select a character style for the ruby text.

Dirree Durargii

Displays a preview of the current selection.

Fayyadami

Qaaqa osoo hin cufiin gatii foyyaa'e ykn filatame fayyadama.

Please support us!