Galmeewwan fuula baaqqee fi bay'eedhaf, akkasumas lakkoofsa kennuu fi dhangiilee waraqaatif teessuma fuulaa akka hiiktu si gargaara.

Ajaja kana bira gahuuf...


Page format tab page

Fuula irraa Naannoo Maxansaamuu Danda'an Keessaa isa Olaantoo Filuu

Dhangii waraqaa

Tarree hammamtaa waraqaa durmurtawaa irraa fili ykn dhangii waraqaa maamilaa hiiki.

Dhangii

Select a predefined paper size, or create a custom format by entering the dimensions for the paper in the Height and Widthboxes.

Yabbina

Yabbina dhangii waraqaa filatamee agarsiisa. Dhangii maamiloo hiikuuf, yabbina asitti galchi.

Hojjaa

Hojjaa dhangii waraqaa filatamee agarsiisa. Dhangii maamiloo hiikuuf, hojjaa asitti galchi.

Orientation

Select paper orientation for display and print.

Dhaabbataa

Galmee ammee kan waraqaan olee qabachiifame waliin jiru agarsiisuun maxxansa.

Dalgeessa

Galmee ammee kan waraqaan dalga qabachiifame waliin jiru agarsiisuun maxxansa.

Kallatti barruu

Kallattii barruu galmee kee keessatti fayyadamuu barbaadde fili. Kallattiin yaa'iinsa barruu \"mirgaa-gara-bitaatti (olee)\" qindaa'ina teessuma maraa gara mirgaatti digrii 90'n naannessa, irraantoo fi miljaleen alatti.

note

Text direction only appears if Asian or Complex text layout is set in - Language Setting - Languages.


Dirree Durargii

Displays a preview of the current selection.

Saochii barruu

Maxxansaa keetif madda waraqaa fili.Yoo barbaadde, sochii waraqaa garagaraa haalota fuula garagaraatti ramaduu dandeessa. Fakkeenyaf, sochii garagaraa gara haalata fuula jalqabaatti ramaduun sochii waraqaa xalayaa maqaa fiteessoo kubbaaniyaa kee waliin fe'i.

Muudanaalee

Hanga iddoo xiyyoowwan fuula fi barruu gallmee gidduu dhiisuuf ifteessi.

Left

Enter the amount of space to leave between the left edge of the page and the document text.

Right

Enter the amount of space to leave between the right edge of the page and the document text.

Irra

Iddoo duuwwaa muudana gubbaa fuulaa fi barruu galmee gidduutti dhiisuuf hanga isaa galchi.

Jala

Iddoo duuwwaa muudana jala fuulaa fi galmee barruu gidduutti dhiisuuf hanga isaa galchi.

Qindaa'inoota teessumaa

Please support us!