LibreOffice 24.2 Help
Qubannoo dhaaba caancalaa keewwata keessaa qindeessi..
Yoo barbaadde,dabalatanis qubannoowwan caancalaa qindeessuuf sarara fayyadamuu nidandeessa.
Akaakuu dhaaba caancalaa fili,Safaraa haaraa galchii,ittaansuudhaan Haaraacuqaasi. Yoo barbaddee,safaraa safartuu caancalaaf fayyaduu(cm seentimeetiriidhaaf ykn "inchiidhaaf)ifteessuu nidandessa,caancaloonni jiraataan gara caantee haqamanin.
Akaakuudhaaba caancaalaa haaromsuu barbaaddee fili.
Maqaan dhaaba caancala kanaa Bitaa/Gubbaadha,yoo deeggarsi afaan Eeshiyaa danda'e.
Qarree bitaa barruu gara dhaabacaancalaatti fi barruu gara mirgaatti diriisu hiriirsa.
Maqaan dhaaba caancala kanaa Mirga/Jala yoo deeggarsi afaan Eeshiyaa danda'e.
Qarree mirga barruu gara dhaaba cancaalaatti hiriirsuun barnuu gara bitaa dhaaba caancalaatti dheeressa.
Handhuuraa barruu gara dhaaba caancalaatti hiriirsa.
Qabxii kurnyee lakkoofsaa gara handhuura dhaaba caancalaa fi barruu bitaa caancaalatti horiirsa.
Arfii caancala kurvyee akkagaraareessaa kurnyeetti fayyadamuu barbaadde galchi.
Arfiilee akka qindeessatti gara bitaa dhaaba caancalaatti fayyadamuufgalchii.
Arfiilee hin guutiin saaga ykn arfiilee guutuu jiraataa gara bitaa dhaaba caancaalaatti tuqaa waliin guuta.
Iddoo duwwaa gara bitaa dhaaba caancalaatti tuqaa waliin guuta.
Iddoo duwwaa guutuuf sarara gara bitaa dhaaba caancalaatti kaasa.
Iddoo duwwaa guutuuf sarara gara bitaa dhaaba caancalaatti fakkaasa..
Iddoo duwwaa gara bitaa dhaaba caancalaa guutuuf, arfii akka ifteessuu si'if haayama.
Dhaaba caancaalaa kan keewwata ammee hikame ida'a.
Dhaaba caancaalaa hundaa kan Qubannoo keessatti hiikte haqa.Bitaa dhaabbi cancaalaa idilee dalgaa gidduu akka dhaabii caancalaa durtiiitti qindeessa.