Dhangeessuu fi bocquu fayyamuu barbaaddu ifteessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Character - Font tab.

Choose View - Styles - open context menu of an entry and choose Modify/New - Font tab.

Open context menu of a row header in a database table - choose Table Format - Font tab.

Choose Format - Title - Character tab (Chart documents).

Choose Format - Legend - Character tab (Chart documents).

Choose Format - Axis - Character tab (Chart documents).


Jecha hundaa qaree qabate ykn barruu haaraa barreessituf jijjiiramni filannooammeef fayyada.

Qinda'ina afaan kee irratti hundaa'uudhaan dhaangeessuu akkaakuuwwan bocquu armaan gadiittif jijjiiruu ni dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

To enable support for complex text layout and Asian character sets, choose - Language Settings - Languages, and then select the Enabled box in the corresponding area.


Font dialog

bocquu

Enter the name of an installed font that you want to use, or select a font from the list.

You can see the name of the fonts formatted in their respective font if you mark the Show preview of fonts field in LibreOffice - View in the Options dialog box.

Sajoo Kabala Dhangeessuu irratti:

Sajoo

Maqaa Bocquu

Barfuula

Gargaartota fayyadamuu barbaade fili.

Sajoo Kabala Dhangeessuu irratti:

Sajoo

Yabbuu

Sajoo

Mirgada

Hammamtaa

Enter or select the font size that you want to apply. For scalable fonts, you can also enter decimal values.

If you are creating a style that is based on another style, you can enter a percentage value or a point value (for example, -2pt or +5pt).

Sajoo Kabala Dhangeessuu irratti:

Afaan

Afaan too'ataan qubeeffannoo barruufilatameeef barreessituu qinddeessa. Muraawwan afaan jireessaa mallattoo fillannoo fuuldura isaanitti qabu.

If the language list consists of an editable combo box, you can enter a valid BCP 47 language tag if the language you want to assign is not available from the selectable list.

For language tag details please see the For users section on the langtag.net web site.

warning

To'annoon qubee kan afaan filatamee yeroo gita muraa afaanii ijaarte qofa hojjeta. Galfatni afaanii of duraa mallattoo filannoo yoo to'annoon qubee afaan kanaaf kakaasame qaba.


Font Features

Select and apply font typographical features to characters.

Dirree Durargii

Displays a preview of the current selection.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Fayyadami

Qaaqa osoo hin cufiin gatii foyyaa'e ykn filatame fayyadama.

Please support us!