Maddeen Deetaa

Kuusaawwan deetaa kanLibreOffice keessatti galmaa'an tarreessuun qabeentoota kuusaawwam deetaa akka taliigduu si'I gargaara.

Ajaja kana bira gahuuf...

Yoo Galmeen barruu yookin wardiin banamee:

Menu View - Data Sources.

+Shift+F4 keys

Icon

Maddoota Deetaa


Ilaalcha Gubbaa Kuusdeetaa

Sajoo Yaaddannoo

Ajajni Maddeen Deetaa yeroo galmee barruu ykn wardiin banaa yoo ta'ee qofa jireessa.


Dirreewwan kuusaa deetaa irraa kan faayilii kee keessaa ykn unkaalee kuusaa deetaa gahuuf uumuu dandeessuu saaguu dandeessa.

Please support us!