LibreOffice 7.4 Help
Kamshaawwan mul'isuu fi dhoksuu baafata xiqqaa bana. Kamshaan dirqalee fi sajoowwan qabate hatattamaan ajajawwan LibreOffice si'if dhiheessa.
Qaaqa bakka gulaalli fi sajoowwan haquu itti ida'uu dandeessu bana.
Choose Kamshaawwan gara durtii halqaara isaanii miira amalaa haaromsuuf, Mul'annoo - kamshaawwan - Haaromsi fili. Amma kamshaawwan baay'een halqara irratti hundaa'uun ofumaan agarsiisu.