Amaloota
Choose the text attributes that you want to search for. For example, if you search for the Font attribute, all instances of text that do not use the default font are found. All text that has a directly coded font attribute, and all text where a style switches the font attribute, are found.
Dirqaalee
Select the attributes that you want to search for.
Addaan Fageenya Sararaa
Amala Addaan fageenya sararaa (sarara baaqqee, sararoota 1.5 dachaa, qixxaa, xiqqaatee xiqqaatu, liidii) barbaada.
Addaan fageessuu
Amala Addaan fageenyaa (gubbaa, jala) barbaada.
Afaan
Amala Afaanii (qubeefannaadhaaf)barbaada.
Barruu hiriirfma sarjaa barbaada.
Finds the Vertical text alignment attribute.
Boqachuu
Finds the Relief attribute.
Dhaabbii Caancalaa
Keewwattoota qindaa'in caancaala dabalataa fayyadamu barbaada.
Dhugaa-galmeessii
Amala Dhugaa-galmeessii barbaada.
Duubee Arfii
Amala arfiilee Duubee fayyadamu barbaada.
Foddaawwan
Amaloota Too'ataa Foddaa barbaada.
Gaaddiddaawaa
Amala Gaaddiddaawaa barbaada.
Galteewwan
Finds characters that use the Capital, Lowercase, Small capitals, and Title character attributes.
Galumsa
Amala Galuumsaa (bitaa irraa, mirga irraa, Sarara jalqabaa) barbaada.
Haala Fuula
Amala Haalata Fuulaa Qurxaa waliin barbaada.
Halluu Bocaquu
Miseensa hundaa bakka haalluu bocquu durtii jijjiirame barabaada.
Hamamtaa Bocquu
Amala Hamamtaa Bocquu/hojjaa bocquu barbaada.
Hiriira
Amala Hirriiraa(bitaa,mirga,handhuurawwaa, qixxeeffame) barbaada.
Hojjaa Bocquu
Amala yabbuu ykn yabbuu fi Mirgada barbaada.
Irra Sarari
Arfiilee amala Irra sararuu (baaqqee ykn dachaa) fayyadaman barbaadan.
Jalmuri
Arfilee kan amala Jalamurii(baaqee dachaa tuqaa).
Jechoota Dhuunfaa
Finds individual words that use the Underlined or the Strikethrough attribute.
Keewwata Addabaa
Amala keewwata adda hin baanee barbaada.
Libsachuu
Amala arfiilee Libsachuu fayyadaman barbaada.
Marsaa
Amala Marsaa barbaada.
Murfisa
Amala Murfisa barabaada
Naqa Bocquu
Amala Mirgada ykn yabbuu fi Mirgada barbaada.
Qubannoo
Finds characters using the Normal, Superscript or Subscript attributes.
Rukkina
Finds Spacing (standard, expanded, condensed) attributes and pair kerning.
Safaraa
Finds the Scale attribute.
Toorii
Amaloota Toorii barbaada.
Yaatimawwan
Finds the Orphan Control attribute.
bocquu
Miseensa bakka bocquu durtii jijjiirame hunda barabaada.
keewwata Ittaanu kaa'uu
Amloota keewwata Ittaanu kaa'uu barbaada.