LibreOffice 24.8 Help
Amaloota faayiliiammeedhaaf, xinannoo dabalatee kanneen akka lakkoofsa jechaa fi guyyaa faayilichi itti uumame agarsiisa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose File - Properties.
Document Properties
Qaaqni Amaloota armaan gadii fuulawwan caancalaa hammata:
Odeeffannoo bu'uuraa waa'ee faayilii ammee qabata.
Ibsa odeeffannoo waa'ee galmichaa qabata.
Dirreewwan odeeffannoo maammiloo galmee keetiif akka ramadu sii haayyama.
Sets password options for the current document.
Displays statistics for the current file.
Embed document fonts in the current file.
Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.
Mirga gahiinsa faayilii kee irratti hundaauudhaan, tani caancala mara Amaloota qaaqaa keessatti han argitu.
Please support us!