Daldala
Qunnamtii odeeffanno kaardiwwan daldalaatiif kan teessuma irraaa akaakuu 'Hojii,Kaardii Daldalaa' fayyadamu qabate. Teessowwan kaardii daldalaa caancalaa Kaardiiwwan Daldalaa irratti filatamaniini.
Deetaa daldalaa
Qunnamtii odeeffannoo kaardii daldalaa kee irratti dabaluu barbaaaddu galchi.
If you want to include your name on a business card, enter your name on the Private tab. Then choose a layout on the Business Cards tab that includes a name placeholder.
Kubbaaniyaa sarara 2ffaa
Odeeffannoo dabalataa kubbaaniyaa keetii galchii.
Dhaadannoo
Dhaadannoo kubbaaniyaa keetii galchi.
Biyya
Maqaa biyyaa iddoo daldalli kee itti argamu galchi.
Bilbila
Lakkoofsa bilbila daldala galchi.
Mobaayila
Lakkoofsa bilbila mobaayilii kee galchii.
Manataa Saphaphuu
Teessoo intarneetti manataa saphaphaa kubbaniyyicha keegalchii.