LibreOffice 25.2 Help
Odeeffannoo namaa kaardiwwan daldalaatiif qabate. Teessowwan kaardii daldalaa cadncala Kaardiwwan Daldalaa irratti filatamaniiru.
Enter the contact information that you want to include on your business card. You can also modify or update these entries by choosing - LibreOffice - User Data.
Maqaa duraa namichaa akka qunnamtii lammaffaatti fayyadamuu barbaadduu galchi.
Maqaa dhuma namichaa akka qunnamtii lammaffaatti fayyadamuu barbaadduu galchi.
Qubduraa namtichaa akka qunnamtii lammaffaatti fayyadamuu barbaabduu galchi.
Mataduree kaamayaa keetii galchi.
Lakkoofsa bilbilaa mana keetii galchi.
Lakkoofsa mobaayili kee galchi.
Teessoo intarneetii manataa saphaphuu galchi.