LibreOffice 24.8 Help
Iddoo saxaatoo filatamee itti olkaa'uu dandeessutti qaaqa bana.
Geessituu qaree hantuutteerraa gara Muraa Faayootti gargalcha.
Saxaatoo filatamee gara Muuraa Faayootti garagalcha.
Yoo agarsiisa hin siyeesinee, akka mul'atan taasiisuuf ,ajaja Saxaatoo Fe'i fili.
Saxaatoo galmee keessaa hunda akka hin mul'ane qindeessa.
Duubbee fuula Saphaphuu akka olkeessuu si hayyama.