Baafata Halqara Kuusaa Faayaa

Wantootnisaxoota filataman akkamitti galmee keessatti akka sagaman hika.

Garagalcha wantoota saxaatoo kallattidhaan gara galmeeti saaga.

Saxaatiicha filatamee akka Geessituutti saaga.

Durargii ajajni saxaxa filame mul'isa.

Mataduree gara Kuusaa Faayaa wantoota filatameetti saaga.

Saxaatiicha filatamee dhuugoomsuun boodatti haqa..

Please support us!