Kabala Fakkasaa
Kaballi Fakkasaa meeshaalee fakkasaa guguddaa qabata.
Wantoota galmee ammee keessaa filuuf dandeessisa.
Galmee ammaa kee keessaa bakka ati harkisteetti rektaangilii guutame tokko fakkasa. Bakka xiyyoon rektaangiliichaa akka oolu barbaaddu cuqaasi, kana booda hamamtaa hamma barbaadduutti harkisi. Garqixa tokko fakkasuuf, oggu'u harkistu, Shiftii dhiibi.
Galmee ammaa kee keessaa bakka ati harkisteetti luggee guutame tokko fakkasa. Bakka luggee itti fakkasuu barbaaddu cuqaasi, kana booda hamamtaa hamma barbaadduutti harkisi. Geengoo tokko fakkasuuf, oggu'u harkistuu Shiftii dhiibi.
Galmee ammaa kee keessaa bakka ati cuqaasitti yk harkiistetti sanduuqa barruu tokko fakkasa. Galmicha keessaa bakka barbaadu cuqaasitii, kan booda barruu kee barreessi yk maxaansi.
Qonyoon sajoo kabala fakkasaa irra jiru sararawwan kamshaa bakka sararawwanii fi bocawwan islaayidii ammeetti idaatu bana.
Kamshaa Kornyoowwanii bakka kornyoowwan wantoota islaayidii ammee keessatti ida'uu dandessutti bana. Kornyoo sararaa wantoota kan walqunnamsiisa. Dabaltees yoo wantoonni socho'a waliin jalteessa kornyoo ni jalteeffama.
Opens the Arrows toolbar to insert lines and arrows.
Opens the 3D Objects toolbar. The objects are three dimensional, with depth, illumination, and reflection. Each inserted object initially forms a 3D scene. You can press F3 to enter the scene. For these 3D objects, you can open the 3D Effects dialog to edit the properties.
Kamshaa bu'ura bobbocaa iddoo saxatoowwan gara galmee kee saaguu dandeenyurraa bani.
Kamshaa bobboca mallattoo saxatoowwan gara galmee saaguu dandeessu irraa bana.
Kamshaa balballoomiiwwan iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.
Kamshaa taattoo yaa'aa iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.
Kamshaa balballoomiiwwan iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.
Kamshaa urjiilee fi faajjiilee saxatoo galmetti saagne irraa banuu ni dandeessa.
Tuqaalee Fakkasaa keetirraa gulaaluuf si dandeessisa.
Enables you to edit gluepoints on your drawing.
Wantoota filatamee gara qonyoo bezirtti jijjiri.
Wantoota filataman gara ragaddeettii jijjiri (wantoota cufamanii sarara qajeelaan marfaman). Haalii argamsa wantotaa hin jijjiramu. Jijjiramichi mul`isuuf mirga cuqaastee Qabxiiwan Gulaalii filachuu dandessa.
Boca yaadachiisa yookiin guutuu wanta(oota) filatamee fooyyeessa.
Hiriirsuu
Hiriira Wantoota filamee fooyyessa.
Sadarkaa tartiibicha wantoota filattamani jijjiiruu.
Inserts an image into the current document with optimal page wrapping and centered on the lineat the current cell positioncentered on the page or slide.
The Form Controls toolbar or sub-menu contains tools that you need to create an interactive form.
Wantoota filamaniif galteewwan g-3 bana, dhaamsa.