LibreOffice 25.2 Help
kiiboordii fayyadamuun kaafama wantootaa uumuufi gulaaluu ni dandessa.
F6 dhiibuudhaan kabala Drawingtti deemi.
Furtuu xiyyaa Mirgadhiibi,haamma kamashaa sajoo meeshaa kaafamuu bira geessuutti.
yoo xiyyi sajootti aanee jiraate,kaafamuun meeshaa hir'uu(walakkaa kamshaa bana. Dhiibii OLYookiinGadihir'uu(walakkaa kamshaa banuuf furtuu xuyyaa, itti aansuun dhiibi MirgaYookiinBitafurtuu sajoo filuudhaaf.
Press CommandCtrl+Enter.
wantanni gidduu galmee ammatti uumama.
To return to the document, press CommandCtrl+F6.
Wanta iddoo barbaadde qubachiisuuf furtuuwwaan xiyya fayyadamuu ni dandessa.Ajaja ibsa haalata irraa wantoodhaaf filuudhaaf,Jijjirraa +F10.
Press CommandCtrl+F6 to enter the document.
Hamma wanta filuu barbaadde geessuutti Caancala dhiibi.