LibreOffice 25.2 Help
3D objects that each form a 3D scene can be combined into a single 3D scene.
Wantoota G-3 kamashaawantoota G-3 Irraa saagi (fakkeenyaaf,jahakkuu )
Wantoota G-3 kamashaa wantoota G-3 Irraa saagi (fakkeenyaaf ,jahakkuu).
Wanta G-3 geengoo itti fufaa filadhuuti Gulaala-Muraa.
Ramaddii isaa seenuuf wanticha jalqabaa (jahakkuu)Lama-cuqaasi.
Gulaalii - Maxxansi filadhu.wantonni lamaanuu amma ramaddii kutaa tokkotto yoo barbaadde;wantoota dhunfaan gulaaluu ykn iddo isaanii gartuu waliin jijjiru ni dandessa.
Ramadicha keessa bahuuf gara ala ramaditti lama cuqaasi.
wantoota 3D jidduutti kutu ykn hir'isuu hin dandessu.