LibreOffice 25.2 Help
Gargaartoon guutamuu dabalataa makaa halluuwwan gargaraa lamaa,yookin gaaddisawwan halluu wal fakkaatanii kaasuudhaaf ati gaafachuudanddeesuudha.
Wanta fakaafamuu filadhuu.
Dhangii - Bal'ina filadhu akkasumas Gargartoo akka akaakuu Guutitti filadhu.
Amala? Gargaartoo tartiiba barreefamaa irraa filadhuutii TOLE cuqaasi.
Gargaartoowan mata keetii hiikuf gargaartowan duraan turan fooyyessuuf ni dandeessa akksumas tartiiba tarreefamaa gargartoo faayilootaa kuufachuu fi fe'uu.
Bal'ina-Dhangii fi Caancala Filadhutti GargaartoowwanCuqaasi.
Garagaartoo tartiiba tarreeffamaa akka yaada bu'uuraa gargaartoo haaraadhaaf sii fayyaduu filiitii,.Ida'ii.cuqaasi
Garagaartoo barreffama Sanduuqa keessatiif mamaqaa barreesiitii Tole cuqaasi.
Maqaan dhuma tartiiba tarreeffama gargaatoo kan mul'atuu fi gulaaliif kan filatame.
Amaloota gargaartoo kaa'uudhaan Fooyyessi cuqaasi,gargaarticha kaawwachuuf
TOLECuqaasi
Amaloota Gargaartoowwanii akka barbaachisummaa isaaniiti sirressuu ni dandeessa;akkasumas iftooma wanta fakaafamuu hanuuttee fualiin
Wanta fakaafamu gargaartoo fooyyeessu barbaadde waliin fili.
Bal'ina-Dhangii fi Caancala Filadhutti GargaartoowwanCuqaasi.
Fedhii keetif akka tolutti gatii gargartoodhaaf akka barbaachisummaa isaanitti sirreesuunTOLEcuqaasi.
Iftooma wantoota akka barbaachisaansuun ummaa isaatti sirreesuf wanticha filachuunBal'ina-Dhangifiladhu, itti aansuun caancalaIftoomaCuqaasi