Halluuwwan; bakka buusuu

HalluuwwanSurxiqqoo keessaa kan meeshaa copha ijaa tiin bakka buusuu ni dandeessa.

Hanga halluuwwan afuriitti yeroo tokkoon bakka buusuun ni danda'ama.

IddoowwanIftooma fakkichaa hallichaan bakka buusuuf dabalataan dirqala Iftooma fayyademuu ni dandeessa.

Haaluma walfakkaatuun halluu calaqqee iftoomaa kee irratti uumuudhaaf Copha ijaa fayyadamuu ni dandeessa.

Haluuwwan meeshaa copha ijaatiin bakka buusuuf.

calaqqeen ati fayyadamte surxiqqoo akka ta'e mirkaneeffadhu bitmap (for example, BMP, GIF, JPG, or PNG) or a metafile (for example, WMF).

  1. Meeshaalee - Herregii filadhu

  2. Sajoo Copha ijaa cuqaasiifii qaree hantuuttee halluu calaqqee keessaa bakka buusuu barbaadde irra qubachiisi mallichi sanduuqa sajoo copha ijatti aanee jiru keessatti nimul'ata.

  3. Halluu fakkichaa cuqaasi hallichi fuuldura sanduuqa Burqaa-halluu kan mul'atuu fi sanduuqni mirkaneessaa itti aanuun.

  4. Sanduuqa Bakka buusuu keessatti halluu haarawaa fili.

    Sajoo Yaaddannoo

    Kun kan bakka bu'u dhimmoota hundaa Burqaa halluu calaqqee keessati.


  1. Ennaa qaaqni banamu halluu biroo bakka buusuu yoo barbaadde,sanduuqa mirkaneessaa fuuldura Burqaa -halluu torree itti aanuu filuudhaan sadarkaawwan 3 hanga 5 irra deebii.

  2. Bakka buusuuCuqaasi.

Sajoo Qaxxee

Bal'ina filannoo halluu bal'isuudhaaf yookin dhiiphisuuf yoo barbaadde, obsa meeshaa Coccobsaa Ijaa guddisi ykn xiqqeessiitii filannoo kee irra deebii.


Please support us!