Wantoota Baayyisuu

Baayifama yookiin baayiina garagalchoota wantaa uumuu ni dandeessa .Garagalchoonni hammamtaa, halluun walfakkaachuu yookiin gargar ta'uu nidanda'a.

Fakkeenyi armaan gadii, baayifama garagalchoota cita baaqqee tarreeffama mallaqoota uuma.

  1. Cita keelloo jajjaboo meeshaa harkisuu cita fayyadami.

  2. Cita filuun Gulaallii -Baayifama filadhu.

  3. 12 akka lakkoofsa garagalchootaa galchi.

  4. Dalgee fi Hojjaa gatii hi'eentaa galchii, kanaaf mallaqoonni hammamtaan akkasitti hiriisu.

  5. Halluu cehuumsaa mallaqootaaf hiikuudhaaf, sanduuqawwan JalqabaDhuma keessaa halluuwwan adda addaa fili Malluun jalqaba wantichaati baayiftuu irratti hojiirra oola.

  6. Jalteessuu(baayisuu) uumuudhaafTOLECuqaasi.

Please support us!