LibreOffice 24.8 Help
Kamshaan Luulloo, meeshaalee luulloowwanii fi geengoowwan fakkasuudhaaf fayyadan of keessaa qabu. Akkasumas, qaamaa fi kutaa kan luulloowwanii fi geengoowwanii fakkasuu nidandeessa.
Kamshaa Mululleewwan banitii Deloo Geengoo cuqaasi ykn Deloo Mulullee sajoo tokkoo isaarratti cuqaasi qareen hantuuttee akeektuu mataa xiqqaa qabatti.
Qaree fiixee geengoo kaasuu fi harkisuun geengoo uumuu barbaadde qubachiisi.
Handhuura irraa harkisuun geengoo uumuuf, filannoo tuqiDirqalaFilannoo ennaa harkifamu.
Geengichi hagamtaa barbaaddee irra yoo gahe,qabduu hantuuttee gadhiisi sararichi geengoo raadiyeesichaa qaxxamura.
Qaree iddoo daangaa bakka kutaa duraa olkaa'uu barbaaddee qubachiisiifi cuqaasi.
Akkasarrarri raadiyeessi qaree hordofu gara daangaa geengichatti dhaquu dirqama, galmee keessatti iddoo barbaaddetti cuqaasuu nidandeessa.
Qaree iddoo daangaa bakka kutaa itti aanuu olkaa'uu barbaadde quba chiisii cuqaasi kutaan xumuurame.
Qoqqooddii geengoo yookiin citaa kaasuuf, ejjettoo armaan gadii kutaa geengoo uuma hordofi.
Golboo citicharratti gkaasuu yoo barbaadde, sajoo golboo tokko filachuun kan tutaarratti hundaa uumuuf ejjatoo walfakkaatu hordofi.