Qaxxaamura-laabba'uu Wantoota Lamaa

Qaxxaamurri laabba'uu bocawwan wantoota uumee haala kaafama walfakkaatuun wantoota fakkasaa lama gidduu raabsa.

Sajoo Yaaddannoo

Ajajni qaxxamura laabba'uu harkifama LibreOffice keessatti qofa mijaa'a. Garuu qaxxamurri laaba'uu wantoota LibreOffice keessatti diinqissisuu garagalchuu fi maxxansuu ni danddeessa.


Wantoota-qaxxaamura laabba'uu taasisuuf:

  1. Jijjiirraa gadi qabiitii tokkoon tokkoo wantaa cuqaasi.

  2. Choose Shape - Cross-fading.

  3. Baay'ina wantoota jalqabbii fi dhuma qaxxaamura-laabba'uu gidduu murteessuuf gatii saanduqa Dabalata keessatti galchi.

  4. TOLECuqaasi

Gareen Wantoota jalqabaa lama off keessatti qabatee fi lakkoofsa laa adda(increments) qaxxamurri wantoot qalama gadi lakkise ni mula'ata.

Ibsa qalama gadhiseef

Wantoota dhuunfaa garee keessaa gulaaluu ni dandeessa kunis garee filachuudhan fi F3 tuquudhaani garee keessaa bahuuf +F3 Tuqi.

Please support us!