LibreOffice 25.2 Help
wantoonni walmakani kaafaman bifa gurmaa'ina qabu,wantoota dhuunfa garee atti gulaaluuf hingalchine.
wantoota G-2 qofa walitti makuu dandeessa.
Wantoota G-2 walitti makuuf Wantoota lamaa ykn isaa ol filadhu.
Choose Shape - Combine.
Akka gareewwaniiosoo hin ta'in ,wantoota waliin makame kan fudhatuqabeenya duubaa dura tarreeffama wanta gara gadiiti wantooni walitti maaman adda baasuun ni dandeessa garuu,qabeenyi wantoota jalqaba isaa ni gadhisa.
Wantoota yeroo walin masktu,iddoo wantoonni walirra bu'amanitti boolli'ini mul'ata.
Ibsa keessatti,wantoonnni hin makamne gara bitaa fi wantootanni makamanimmoo gara mirgaatti argamu.
Bocawwan ijaaruu ni dandeessa hojiirra oolchuun waliin - Maki ,Hir'isi fi Walqaxxamursiisi ajaja gara lamaa ykn iusisaa oilitti.
Ajajoonni boca kan hojjetu wantoota G-2irratti qofa
Bocawwan ijaaraman qaeenyaa wantoota tartiiba tarreeffaman gadi filadhaa.
Wantoota G-2 walitti makuuf Wantoota lamaa ykn isaa ol filadhu.
Choose Shape and one of the following:
Walitti makuu
Hir'isuu
Jidduutti kutuu .
Ibsa calaqqee armaan gadii keessatti wantoonni xabbooo gara bitaa yoo ta'an bocawwan fooyya'an mirgaa ta'a.
Bal'ina wantoota filatamani tarreeffama duraa duuba wanta miljaatti ida'i.
Bal'ina wantoota filatamani tarreeffama duraa duuba wantichaa hir'isi.
Wallirra qunnqmuun bal'ina wantoota filatamani boca haaraa uuma.
Bal'inni ala walirra qunameni haqama.