LibreOffice 25.2 Help
Tokkoon tokkoo want galmee keessa olkeesse milkaa'inaan wanta dura irrattii tarree galeera tuulameera.Wanticha filatame tarreeffame duraa dubaanirra deeebitee gurmeesuuf akka itti anutti jalqabi.
Wanticha iddoo isaa jijjiiruu barbaadde cuqaasi.
Choose
to bring up the context menu and choose one of the arrange options:Bara Fuulduratti Geessi ammoo wantich gubbaa wantoota biroo hundarragubachiisa
Fuulduratti Tarkaanfachiisuu ammoo durse iddoo wantoota tarreeffam kaa'a.
Duubatti ErgaWanticha kan olka'u duuba kuufama wantootati
Duubatti Erguu wanticha duuba wantoota biroo hundaa kaa'a
wantoota Duubaa ammoo wanticha duuba ta'anta biroo huunda olkaa'a
Wanticha iddoo isaa jijjiiruu barbaadde cuqaasi.
Choose Behind Object. The mouse pointer changes to a hand.
to open the context menu and chooseWanticha filame bakka barbaadde duuba wanticha Cuqaasi.
Wantoota Lamaan Filachuuf cuqaasa jijjiiraa taasisi.
Choose Reverse.
to open the context menu and chooseHiriirsuuwantoota walitti dhufeenya waliinii ykn fuulaa hiriirsuufgargaara.
Chaarratti hiriirsitu filadhu ykn wantoota hedduu walitti dhufeenya qaban hiriirsuuf fili.
Choose
and select one of the alignment options.If you select three or more objects in Draw, you can also use the Distribute selection command to distribute the vertical and horizontal spacing evenly between the objects.
Wantoota sadii fi isaa raabsamuuf ta'an fili.
Choose
.Filannoo facaatii dalgee fi gadee filiitiiTOLECuqaasi.
Wantoonni filataman xiyya dalgee fi gadee irratti qixa sirriitiin faca'aniiru.Wantoonni lamaangara alaa akka qabxii wabiitti kan fayyadanii fi yoo ajajaniFacaatiihojjiirra oole hin socha'u.