LibreOffice 7.6 Help
Taattoowwanii akka deetaa dhiyyeessuu siif hayyama, isaaniis arguu salphisa.
Taattoo deetaa maddaa irraa, wardii Calc tokko ykn gabatee Barreessaa tokko keessatti uumuu ni dandeessa. Yammuu taattoochii akka deetaatti galmicha keessatti idaa'aamuu, deetaatti akka walqabateeti tura, isaaniis yammuu deetaa maddaa jijjiirtuu, taattoochii ofumaan haaromsu.
Taattoowwan G3 fi taattoowwan G2 hedduu irraa filadhu, isaaniis taattoowwan kabalaa, taattoowwan sararaa, taattoowwan kaabaa filadhu.
Taattoocha keessa mirga-cuqaasuun, yk sajoowwan kamshaa fi ajajawwan bafataatiin, miseensa taattoo, isaaniis siiqqota, moggaasaa deetaa, fi waayoota mata mataan maamileessuu nidandeessa.