LibreOffice 25.2 Help
Furtuuwwan qaxxaamuraa armaaan gadii taattoowwan keessatti fayyaadamuu ni dandeessa.
LibreOfficedhaaf furtuuwwan qaxxaamuraa waliigalaa fayyadamuus ni dandeessa.
Bu'aawwan
Wanta itti aanu fili.
Wanta duraa Fili.
Wanta tokkoffaa fili.
Wanta dhumaa Fili.
Filannoo dhiisi
Wanticha kallattii xiyyaarra sochoosi.
Gayii deloo filatame kallattii xiyyaarra sochoosa.
Haalata naqa barruu galchi.
Gurmuu erga bantee qaamolee tokko tokko gulaaluu ni dandeessa(durdurii fi deetaa walgaafaa keessatti).
Gurmuu bahi(durdurii fi deetaa walgaafaa keessatti).
Taattoocha Hir'isi yookiin Guddisi
Gayii deloo filatamee taattoo deloo irraa yookiin gara taattoo delootti sochoosa.