Taattoo Masaka - Deetaa Walfaannee

On this page of the Chart Wizard you can change the source range of all data series separately, including their labels. You can also change the range of the categories asn well as the properties of the categories, such as colors. You can first select the data range on the Data Range page and then remove unnecessary data series or add data series from other cells here.

Sajoo Qaxxee

Fuula kana irratti yoo filannooleen hedduun akka argaman barbaadame, hammangaa deetaa fuula Chart Wizard - Data Range fi fuula kana kan dhosku ibsi.


Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Insert - Chart - Data Series...

Double-click a chart, then choose Format - Data Ranges

From the tabbed interface:

Choose Insert - Chart - Data Series...

From toolbars:

Icon Insert Chart

Insert Chart


Qaaqan kun taattoolee gabatee calc ykn Writer irratti hundaa`anniif qofa argama.

Press Shift+F1 and point to a control to learn more about that control.

Walfaannee deetaa qindeessuu

Taattoo ammee keessaa deetaa walfaannee hunda kan sanduuqa tarree Data Series keessaa ilaali.

Gulaalaa walfaannee deetaa

  1. Galfataaf amaloota tarree keessaa ilaaluu fi gulaalaaf galfata cuuqaasi.

    sanduuqa tarree Data Ranges keessaa maqaalee fakkeenyaa fi ma`ee hammangaalee kutaalee walfaannee deetaa ilaali.

  2. Galfata cuuqaasi, itti aansuun qabeentoota sanduuqa barruu gadii gulaali.

    moggaasni sanduuqa barruutti aanu fakkeenya ammeen filame ibsa.

  3. qaaqa gadeessuu fi hangii hantuutee waliin filuuf hammangaa saagi ykn hammanga deetaa fili cuuqaasi.

    Yoo hammanga deetaa bal`insoota man`ee hedduu tokko tokkoo isaaniitti kan hin aanne barbaade, hangii jalqabaa saagi, achii dhuma sanduuqa barruu irratti hujeekan tuq lameedabali, itti aansuudhaan hammangalee biraa saagi. Akka daanggessaatti gidduu hammangaleetti tuq lamee gargaarami.

Hangii fakkeenya deetaaf, kan akka gatiiwwan-Y, dirqama man`ee maggaasa of keessatti hin qabatu.

Editing data labels

Akaakuu taattoo irratti hundaa`uudhaan, barruuleen siiqqee x irratti yookiin akka moggaasa deetaatti agarsiifamu.

Editing properties of the categories

Each category entry can have a fill color and a border color.

You can edit the fill color and border color properties of the categories. The colors are defined by a range of cells with the same size of the category range.

The colors values are expressed by their red, green, blue components (RGB) combined by the COLOR() function.

Sajoo Yaaddannoo

Data ranges for border color and fill can only be specified for column, bar, pie, bubble, and column and line charts.


Setting Category Fill Color

  1. Click on Fill Color entry in the list.

  2. In the Range for Fill Color box, enter the cell ranges of the categories fill color values.

Setting Category Border Color

  1. Click on Border Color entry in the list.

  2. In the Range for Border Color box, enter the cell ranges of the categories border color values.

Example

Set category fill color

Please support us!

Please support us!