LibreOffice 26.2 Help
Opens the Data Ranges dialog where you can edit Data Range and Data Series.
Fuula Taattoo-Masaka kana irratti madda qeenxee hangii deetaa filuu ni dandeessa. Hangiin kun hangii man`eewwan reektaangulaarawaa tokkoo ol irraa ijaaramuu ni danda`a.
Yoo hammanga deetaa iirratti too`anna caalu barbaade fuula Taattoo Masaka - Deetaa Walfaannee gargaarami.
Qaaqan kun taattoolee gabatee calc ykn Writer irratti hundaa`anniif qofa argama.
Hangii deetaa fili. Kanneen armaan gadii keessaa tokko hojjedhu.
Sanduuqa barruu keessa hangii deetaa saagi.
In Calc, an example data range would be "$Sheet1.$B$3:$B$14". Note that a data range may consist of more than one region in a spreadsheet, e.g. "$Sheet1.A1:A5;$Sheet1.D1:D5" is also a valid data range.
An example of external data range would be like 'file:///home/user/Documents/Price list.ods'#$'Information SKU'.H51 as described in Referencing a Cell in Another Sheet.
In Writer, an example data range would be "Table1.A1:E4".
Qaaqa Calc keessatti gadeessuuf, hammanga deetaa fili cuuqaasi, itti aansuudhaan hammangaa deetaa filuuf harkisi.
Yoo hammanga deetaa bal`insoota man`ee hedduu tokko tokkoo isaaniitti kan hin aanne barbaade, hangii jalqabaa saagi, achii dhuma sanduuqa barruu irratti hujeekan tuq lameedabali, itti aansuudhaan hammangalee biraa saagi. Akka daanggessaatti gidduu hammangaleetti tuq lamee gargaarami.
Deetaa walfaanneef terreewwan ykn tarjaalee keessaa filannoo tokko cuuqaasi.
Hammangaan deetaa akka moggaasa terree duraa ykn tarjaa duraa ykn lamanuu keessatti qabu mirkaneessi.
Durargii keessatti taattoon dhumaa maal akka fakkaatu ilaaluun ni danda`ama.
Enter the data range that you want to include in your chart. To minimize this dialog while you select the data range in Calc, click the Select data range button.
Data series get their data from consecutive rows in the selected range. For scatter charts, the first data series will contain x-values for all series. All other data series are used as y-values, one for each series.
Data series get their data from consecutive columns in the selected range. For scatter charts, the first data column will contain x-values for all series. All other data columns are used as y-values, one for each series.
For data series in columns: The first row in the range is used as names for data series. For data series in rows: The first row in the range is used as categories. The remaining rows comprise the data series. If this check box is not selected, all rows are data series.
For data series in columns: The first column in the range is used as names for data series. For data series in rows: The first column in the range is used as categories. The remaining columns comprise the data columns. If this check box is not selected, all columns are data columns.