LibreOffice 24.8 Help
Taattoo masaka fuula duraa irraa Akaakuu taattoo filuu ni dandeessa.
Bu`uura akaakuu taattoo: galfata tarjaa moggafame, Kabala, Muraangoo, fi kkf fili.
Akaakuu bu`uura taattoo irratti hundaa`uudhaan filannoo caalu kennuuf qabeentootni hark mirgaa ni jijjiiramu.
Filannoodhaan, filannoo kamiyyuu cuuqaasi.Qindaa`inoota masaka keessatti jijjiirtuyyuu, galmee keessaa taattoon maal akka fakkaatu ilaaluuf durargii ilaali.
Gargaarsa barruu baay'ata tooachuu fi ilaaluuf Shift+F1 dhiibuudhaan agarsiisi.
Qindaa`inoota ammee fayyadamuun masaka cufuu fitaattoo uumuuf fuula masaka kamiiyyuu irra Xumuri cuuqaasi.
Fuula masakaa itti aanu ilaaluuf ykn gara fuula dhaquuf galfata gama hark bita masaka Kan itti aanu cuuqaasi.
Fuula masaka duraanii ilaaluuf Deebi'ii cuuqaasi.
Masaka taattoo uumame malee cufuuf Dhiisi cuuqaasi.