Akaakuu Taattoo fi Kabala

Akaakuu taattoo fuula duraa Taattoo Masaka irraa filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Insert - Chart - Chart Type...

From the tabbed interface:

Choose Insert - Chart - Chart Type...

From toolbars:

Icon Insert Chart

Insert Chart

Then choose Column and Line.


Tarjaa fi Sarara

Tarjaa fi sararri taattoo makaa Taattoo tarjaa waliin sarara taattoo.

Columns and Lines

The rectangles of the column data series are drawn side by side so that you can easily compare their values.

Icon Columns and Lines

Columns and Lines

Stacked Columns and Lines

The rectangles of the column data series are drawn stacked above each other, so that the height of a column visualizes the sum of the data values.

Icon Stacked Columns and Lines

Stacked Columns and Lines

Siilloo y suuquu dandeessa Siiqqota-Suuqaa erga masaka xumurteen booda.

Hangii deetaa ifteessuuf

Sarjaan gara bitaa (yookan tarree gubbaa) hangi deetaa filamee deetaa akka wanta tarjaatti kenna. Sarjaan biroo yookan tarreen hanga deeataa sarara wantaatiif kenna. Mogaasa qaaqaa kana jijjiiruu Walfakkannee deetaa dandeessa.

  1. Hanga deetaa filadhu.

  2. Deetaa walfaanneef terreewwan ykn tarjaalee keessaa filannoo tokko cuuqaasi.

  3. Hammangaan deetaa akka moggaasa terree duraa ykn tarjaa duraa ykn lamanuu keessatti qabu mirkaneessi.

Walfaannee deetaa qindeessuu

Taattoo ammee keessaa deetaa walfaannee hunda kan sanduuqa tarree Data Series keessaa ilaali.

Sarjaan walfaannee deetaa qabannoo tarree gubbaa irratti fi sararri walfaannee deeataa gara jala tarreetti argama.

Gulaalaa walfaannee deetaa

  1. Galfataaf amaloota tarree keessaa ilaaluu fi gulaalaaf galfata cuuqaasi.

    sanduuqa tarree Data Ranges keessaa maqaalee fakkeenyaa fi ma`ee hammangaalee kutaalee walfaannee deetaa ilaali.

  2. Galfata cuuqaasi, itti aansuun qabeentoota sanduuqa barruu gadii gulaali.

    moggaasni sanduuqa barruutti aanu fakkeenya ammeen filame ibsa.

  3. qaaqa gadeessuu fi hangii hantuutee waliin filuuf hammangaa saagi ykn hammanga deetaa fili cuuqaasi.

Hangii fakkeenya deetaaf, kan akka gatiiwwan-Y, dirqama man`ee maggaasa of keessatti hin qabatu.

Gulaalaa akaakuuwwanii ykn moggaasa deetaa

Gatiiwwan hammanga akaakuuwwan keessaa siiqqee x irratti akka moggaasaatti agarsiisamu.

Maalimoota taattoo saaguu

Maalimoota kamiyyuu kan armaan gadii saaguuf fuula maalimoota taattoo kan taattoo masaka gargarami:

Dabalata maalimootaf taattoo haalata gulaalaa keessaa baafata Saagi gargaarami.Akkasumas maalimoota armaan gadii hiikuu ni dandeessa:

Moggaasa deetaa adda addaa tokko tokkoo deetaaa walfaanneef qindeessuuf, amaloota qaaqa deetaa walfaannee gargaarami.

Please support us!