Hoomacha gosa taattoo

Akaakuu taattoo fuula duraa Taattoo Masaka irraa filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Insert - Chart - Chart Type...

From the tabbed interface:

Choose Insert - Chart - Chart Type...

From toolbars:

Icon Insert Chart

Insert Chart

Then choose Bubble.


Hoomacha

Taattoon homachaa walitti dhufeenya jijjiramoota sadii agarsiisa. Qubachiisa siiqqee-X fi siiqqee-Y jijjiiramoota lamaan fayyadama, jijjiiramaan sadaffaa akka hammamtaa firoomaa hoomichaawwan tokko tokkootti agarsiifama.

Taattoo homachaaf qaaqni adeemsa deetaa galfata hamamtaa hoomachaaf hangii deetaa qindeessuu qaba.

Icon Bubble

Bubble

Please support us!

Please support us!